2 Chronicles 22:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni aka wollaanate fayyu dira Yezreeli d'aqe achi tae; ato inni achi jiru, Ahaziani isa argu d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa mootii biyya Sooriya'aatiin Reemaatii biyya Gala'aadiititti wol lole madaa worri biyya Sooriya'aa isa madeessan san yaalamu'uuf gara Yisiraa'elii dhaqe; Iyyooraam waan madaan sun guddisee isa dhukkubuuf mootiin biyya Yihuuda'aa Iyyooraamiin gaafachu'uuf isa bira dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni mootii Sooriya'aa Hazaa'el woliin adoo wol lolanuu, madaa Raamaatitti isa madeessane san fayyiisaaf, Yizre'elitti deebi'e; achiin duuba ilmi Ahaabii Yehoraam waan madoweef, mootiin Yihuda'aa ilmi Yohoraamii Ahaaziyaan Yehoraam gaafatiisaaf gara Yizre'el gad dhaqe.