2 Chronicles 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Imaltu Ahazini gara Yoramu d'aqe suni gula, Waaqi badi isatini d'ufe. Ato Ahaziani arti jiru, isaafi Yoramuni, namicha Yehu ilma Nimshi jed'ani toko, ka AABBO Waaqi aka inni worra Ahabu balleesu fohate, argu d'aqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Akaaziyaas Iyyooraamiin gaafachu'uuf deemeef Rabbi akka Akaaziyaas isa laalu'uuf dhufuu isaatiin akka Akaaziyaas badu waan barbaadeef; hennaa Akaaziyaas Iyyooraamiin bira jiru isaan lachuu Iyyuu ilma Naameesii ka Rabbi mootummaa Aki'aabii balleessu'uuf filate simachu'uuf bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahaaziyaan Yoraam gaafatiisaaf dhaqiisa isaa, Waaqi du'a isaatiif sababa godhe; Ahaaziyaan yennaa achi geye, Yoraam woliin ilma Niimshii Yehuu ka Mootiin Waan Maraa akka inni sanyii Ahaabii balleessuuf muude bira dhaqe.