2 Chronicles 23:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle jara suni ch'ufa, ka goraade ufi harkaa qabu, Mana Waaqa duraani d'ufe, hayyu eega jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoodaaheen baniin maruu woraana harkatti qabatanii akka naannaya'aa mana mootichaa marsanii bita'aa fi mirgaan hulee ciinca'aatii fi ladda manaatiin dhaabatan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaan marti tokko tokkoo isaanii meya woraanaa ka ifii harkatti qabatanee, Galma Waaqaa kaabaa haga kibbaatitti, adaala addee ciinca'aa, marsanee mooticha akka eeganu godhe.