2 Chronicles 23:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yehoiyadani Yoashi gabaase, sure hayyuma mata isaa ira kaye, kitaaba seera hayyuuni lafaani fidu keesati t'aafani iti kenne. Akanaani Yoashini hayyu tahe. Qaallichi Yehoiyadafi ilmaani isaaleeni Yoashi muudani, duuba nami ch'ufti lalabe waan jed'e, Lubbuuni hayyu ha d'eeratuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yoodaaheenii fi ilmaan isaa Iyyoo'aasiin gad baasanii mataa isaa irra kallacha ulfinnaa kaayan; seera ittiin bulmaata mootichaatiif ta'u barreeffama fuula tokko itti kennan; akkaataa kanaan Yoodaaheen gadichinii fi ijoolleen isaa Iyyoo'aasiin muudanii moosisan; baniin maruu laagaa ufii ol qabatanii «Mootichi bara dheeraa haa jiraatu!» jedha'aa gammachu'uun dubbatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yoyaada'aa fi ilmaan isaa, ilma mootichaa fidanee, kallacha itti keyanee, woraabbii barreeffama Gondooro'oo itti kennanee mootii isa godhane; isaan isa muudanee, «Mootichi bara dheeraa le'uu ti!» jedhane.