2 Chronicles 23:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoiyadani aka Atalia Mana Waaqa keesati ijeesani infed'u, tanaafi inni worra gugurda askarti yaame waan jed'eeni, Jiddu askarti tana keesaa alati baasa, nama lubbu isi baasu fed'u ch'ufa ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoodaaheen gadichi akka isiin mana woyyuu keessatti duutu hin barbaanne; kanaafuu worra loltoota irratti muudaman ajajoota loltoota dhibbaatiin, «Gara waardiyyoota bita'aa fi mirgaan hiriiranii gad isii baasaa'a; namni du'a isii oolchu'uuf yaalu haa ajjeefamuu» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba hayyichi Yoyaadaan ajajjoota dhibbaa worra loltoota ajajanu gad baasee, isaaniin, «Tarree teessan oddu'uu gad isii baasa'a; nama rogii isi'ii dhufu mara shallaaga'aan ijjeesa'a» jedhe. Inni, «Galma Mootii Waan Maraa keessatti isii hin ijjeesina'a» jedheeraayyu.