2 Chronicles 23:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Yehoiyadani nama balbala Mana Waaqa eegu tolche, aka worri nama qulqullo intahini Mana Waaqa seenu d'owu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni waan maraanuu hin woyyoomne gara mana woyyuu Rabbii akka hin seenne worra balbala mana woyyuu Rabbii eegu kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami battiin tokkolle Galma Mootii Waan Maraa akka hin seenne, karra Galma Mootii Waan Maraa akka eeganu eeddota karraa ramade.