2 Chronicles 23:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sunini dira Yuda ch'ufa d'aqe, worra Lawitifi worra mata balbala gosa Israeli ch'ufa Yerusalemutini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan biyya Yihuuda'aa maraa naannayanii qachoota biyya Yihuuda'aa maraa keessaa worra Leewwotaatii fi bulchoota gosa Israa'elii maraa wolitti qabanii gara Yerusaalemii dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan biyya Yihuda'aa keessa deemanee, Lewwootaa fi sooressitoota maatii Israa'elootaa qachaa mara keessaa wolitti qabanee, isaan woliin gara Yerusaalemii dhufane.