2 Chronicles 23:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti isani taatani tana: hojja qaaloleefi worri Lawi guyya Sabato hujii d'ufe, worri hagi toko ha balbala fullo Mana Waaqa eege,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti isin gootan gadootaa fi worra Leewwotaa ka guyyaa sambataa mana woyyuu keessatti hojjatan keessaa harka sadihii keessaa harki tokko seensa balbala mana woyyu'uu haa eeganii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni isin gootanu kana: Isin hayyootaa fi Lewwoota keessaa guyyaa sanbataa worri badoo qaddanu, harka sad keessaa harki tokko karra Galmaa Waaqaa eeganuu ti!