2 Chronicles 23:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hagi toko mana hayyu eege, hagi tokoleeni ha balbala Yayaba jed'ani eegu. Nami ch'ufti ha naabo Mana Waaqa keesati wolti bahuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka sadihii keessaa harki tokko mana mooti'ii haa eeganii, harka sadihii keessaa harki tokko hulee «Karaa hundee manichaa» jedhamu haa eeganii, baniin maruu hulee itti gad bayan ka mana woyyu'uu haa taa'anii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harka sad keessaa harki tokko mana mootumma'aa eeganuu ti! Harka sad keessaa harki tokko, ‹Karra hunde'ee› ta jedhantu eeganuu ti! Worri hafe marti badhinna dalleya keessaa ka Galma Mootii Waan Maraa keessa tee'anuu ti!