2 Chronicles 23:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni Mana Waaqa inseenini, qaaloleefi worra Lawi ka huji hojattu male. Worri sunini qulqullo, ha seenuti, ammo gumiini taani ha aada AABBO Waaqa gula alati haftuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra gadootaatii fi worra Leewwotaa malee namni tokkollee mana woyyuu Rabbii keessa akka hin seenne; isaan waan woyyoota ta'aniif mana woyyuu Rabbii keessa haa seenanii, baniin maruu seera Rabbii haa eeganii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyootaa fi Lewwoota worra tajaajiliisaaf badoo qabanu malee nami tokkolle Galma Mootii Waan Maraa keessa hin seenin; isaan woyyuu waan te'aneef seenanuu ti! Namooti hafane marti akka ajaja Mootii Waan Maraatitti ala dhaabbatanuu ti.