2 Chronicles 23:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Lawi ha goraade harkati qabate hayyu marse eege fulla inni deemu ch'ufa gula yauti. Nama Mana Waaqa seenu fed'u ch'ufa ha ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Leewwotaa meeshaa lolaa qabatanii mooticha haa marsanii, namni mana woyyuu Rabbii keessa seenu haa ajjeefamuu, mootichi hennaa manaa bawuu fi hennaa galu isa biraa hin dhabaminaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwooti marti meya woraanaa harkatti qabatanee mootichatti naannowanuu ti. Nami yennaa san Galma Waaqaa seenu marti ijjeefamuu ti; yennaa mootichi ol seenuu fi gad bawu isa woliin jiraadha'a» jedhe.