2 Chronicles 23:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Lawitifi ka Yuda ch'ufti dubbi qaallicha Yehoiyada gula yae. Nama sila guyya Sabato huji ufi hojate galu ingalchine; akanaani, worri hujiti mata, nama huji d'ufufi ka huji keesaa bahule ch'ufa harkaa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Leewwotaatii fi worri Yihuuda'aa maruu waan Yoodaaheen gadichi isaan ajaje maraa raawwatan; Yoodaaheen gadichi worra Leewwotaa ka guyyaa Sambataa hujii ufii fixatanii hara baafatuu isaan barbaachisu hin geegessine; kanaafuu worri hujii eeddo'ootitti bobba'anii eeganii fi worri guyyaa san hin eennellee achuma waan jiraniif ajajoonni loltootaa namoota isaan gargaaran qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwootii fi kolbaan Yihuda'aa marti akkuma hayyichi Yoyaadaan ajaje godhane; tokko tokkoon isaanii namoota ifii worra guyyaa Sanbataa hujii irra jiranuu fi worra hujii ifii fixatanee galaaranu wolitti qabane. Hayyichi Yoyaadaan worra badoo hujii ifii fixataneeranuuyyuu gad hin lakkinne.
Recommended Reading