2 Chronicles 24:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoashini gaafa hayyu Yuda tahe ganni isaa torba; duuba ganna afurtama Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isaa maqaani Sibia, isiini dira Beersheba keesati d'alate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aas hennaa mooyu mucaa woggaa torbaa ture; Yerusaalemiin keessa jiraata'aa woggaa afurtamaa bulche; haati isaa Saabiyaan nama biyya Beersaabeehiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aas yennaa mootii te'e nama woggaa torbaa ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa afurtama bulche; maqaan haadha isaa Ziibiya'a; isiin nama qachaa Bersheeba'aa ti.