2 Chronicles 24:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni waan dansa worra Israelitiifi Waaqafi Mana Waaqale tolcheefi, irreesa hayyoota ka Dira Daudi keesati isaa awaalani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jasaa inni waan mana woyyuu Rabbiitii fi waan banii Israa'eliitiif hojjateef qachaa Daawitii keessatti hulee mootonni itti awwaalaman biratti isa awwaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa Israa'eliitiif, Galma Waaqaatii fi Waaqaafille waan dansaa waan hujeef, qachaa Daawitii keessatti addee awwaala moototaatitti isa awwaalane.