2 Chronicles 24:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi raagoota sila worra gorsite gara isaa deebiftu iti erge, ammo biyyiti raaga suni ch'aqasu didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka isaan gara isaa deebi'aniif worra raattotaa akka isaan uf eeggachiisaniif isaanitti erge; worri raattotaa isaanitti himnaan isaanillee waan worri raattotaa jedhan dhagayuu didan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa akka isaan gara isaa deebi'anuuf raagota isaanitti erge; raagoti sun isaan ifi eeggachiisanulle isaan ammoo isaaniif hin dhageenne.