2 Chronicles 24:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri qonqo suni d'agaye kaani Zekariati malate, jecha hayyu gula, naabo Mana Waaqa keesati, d'akhaani d'aanaani isa ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyoo'aas seera Zakkaariyaasiin irratti taasifame san hin fudhate; baniin akkuma mootichi isaan ajajetti hulee itti gad bayan ka mana woyyuu afo'ootitti dhaga'aan tumanii ajjeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo mala isatti dhowanee, ajaja mootichaatiin badhinna dalleya keessaa ka Galma Mootii Waan Maraa keessatti dhaka'aan tumanee ijjeesane.