2 Chronicles 24:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani hayyichi huji dansa Yehoiyadani abbaani Zekaria tolcheefi ded'e, ilma isaa ijeese. Zekariani ato lubbuuni keesaa imbahini, waan jed'e, AABBO Waaqi waan kana arge ha haalo na baasuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi jasaa Yoodaaheen gadichi godheef hin qaabanne; Zakkaariyaas hennaa du'u'uuf fittifatu «Rabbi dhara ati godha'aartu kana sitti haa argu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yo'aas waan dansaa abbaan Zakaariyaasii Yoyaadaan isaaf godhe dedhee, ilma isaa Zakaariyaas ijjeesise; Zakaariyaas du'iisatti jiruun, «Mootiin Waan Maraa hujii teeti ilaalee, akka hujii teetii sii kennuu ti!» jedhe.