2 Chronicles 24:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi ganni ch'aame, duuli worra Shamu d'ufe Yudafi Yerusalemu had'e jaarole worrale ch'ufa fit'e waan heddu boojie Damaskitini gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barri sun haga lufeen maayessa loltoonni Sooriya'aa gara biyya Yihuuda'aatii fi gara biyya Yerusaalemii dhaqanii banii keessaa bulchoota banii maraa ajjeesan; waan booji'an maraa gara mootichaa gara biyya Damaasqo'oo ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhuma woggaa saniititti loltooti sooriya'aa Yo'aasitti duulane. Isaan Yihuda'aa fi Yerusaalem qabatanee qondaaltota kolbaa oddu'uu ijjeesanee, waan achi keessaa saamane mara gara mootii ifii ka Damaasqoo keessa jiruu ergane.