2 Chronicles 24:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Had'iisa suni keesati isa aka hama madeesani; nyaapi kae gale jennaani jari hojattu isaa, nami lama, isati malate, ato inni sire ufi ira ch'iisu, ijeese, akasiini haalo gurba qaallicha Yehoiyada baase. Isa Dira Daudi keesati awaalani, ammo irreesa hayyoota keesati inawaalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga loltoonni Sooriya'aa isa madeessanii biraa lixaniin maayessa hojjattoonni isaa haluu ilma Yoodaahee gadichaa baasu'uuf hulee inni dhibamee ciisu siree isaa irratti isa ajjeesan; mootichi qachaa Daawitii keessatti awwaalame malee awwaala moototaa biratti hin awwaalamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri sooriya'aa yennaa achii bayanu akka malee Yo'aas madeessanee gatanee biraa deemane; inni ilma Yoyaadaa hayyichaa waan ijjeesiseef, qondaaltoti isaatuu mala isatti dhowanee, taqee isaa irratti isa ijjeesane. Maarre inni du'ee qachaa Daawitii keessatti awwaalame; te'uu malee addee awwaala moototaatitti isa hin awwaalle.