2 Chronicles 24:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kitaaba Odu Hayyoota namaa diigu keesa, odu ilmaani Yoashitifi waan isaa ka faganifi, aka inni Mana Waaqa ka ch'ach'abe mid'aase jaareti jira. Ilmi isaa Amaziani fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seenaan ijoollee Iyyoo'aasii, dubbiin raagaa ka Iyyoo'aasitti himamee turee fi attamitti Iyyoo'aas akka mana woyyuu itti midhaasse kitaaba seena'aa ka moototaa keessatti barreeffameera; bikka isaa ilma isaa Ameesiyaasitu mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dabarsiin ilmaan isaa, jechi isa irratti raagaan dubbatame, Galma Waaqaa haaressiis isaa, kitaaba dabarsii moototaa keessatti barreeffameera. Ilmi isaa Amaasiyaas addee isaatitti mootii te'e.