2 Chronicles 24:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tanaafi inni Yehoiyada, gudda worraa, yaame waan jed'eeni, Atini maanifi worra Lawi kana, ka gibira hojattuuni Waaqa Musani biyya iraa guura, huji Waaro Woyyumatiini hojad'a, jed'e, Worra Yudatifi ka Yerusalemu iraa ingursisini?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Yoodaaheen bulchaa Leewwotaa waamee «Maaf gibira Muuseen garbichi Rabbii waan ijaarsa daasee Rabbii ka raga'aa banii Israa'elii maraa akka yaasuuf ajaje ati worra Leewwotaa hin jajjabeessine?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi Yo'aas sooressa hayyootaa Yoyaadaa waamee, «Ati gibira tajaajilaan Mootii Waan Maraa Muuseen gumii Israa'elii worra Yihuda'aa fi Yerusaalem keessa le'anu irraa qarqaarsa Dunkaanii Woyyitti'iitiif ajaje, Lewwooti akka guuranu maaniif hin ilaalin?» jedhee isa gaafate.