2 Chronicles 24:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi seera baase worra Lawitini, sanduqa beese keesa buusani mid'aasa, fulla balbala Mana Waaqa kaya jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma mootichi Iyyoo'aas isaan ajaje saanduuqa birrii keessa kaayan hojjatanii balbala mana woyyuu Rabbii bira diida kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi akka Lewwooti saanduqa beesee itti guuranu hujanee, gara alaatiin karra Galma Mootii Waan Maraa dura keyanu ajaje.