2 Chronicles 24:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri duuba qonqo lafa Yerusalemutifi ta Yudati erge, nama ch'ufaani, gibira AABBO Waaqa ka hojatuni Waaqa Musani duri lafa gamoojiti nama iraa guure, amma baasa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee gibira garbichi Rabbii Muuseen lafa gammoojji'ii keessatti seera baase akka Rabbii fidaniif banii Yerusaalemiitii fi banii Yihuuda'aatitti labsii labsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Lewwooti gibira Muuseen tajaajilaan Waaqaa goomolee keessatti ajaje, Mootii Waan Maraatiif akka guuranu kolbaa Yihuda'aatii fi Yerusaalemii mara keessatti lassane.