2 Chronicles 25:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Amaziani hayyu tahe ganni isaa diddami shani, duuba inni ganna diddami sagali Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isaa, maqaani Yehoadani, ta worra Yerusalemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ameesiyaas hennaa mooyu dargaggeessa woggaa diddamii shaniiti; Yerusaalemiin keessa jiraata'aa woggaa diddamii sagalii bulche; haati isaa Yoo'aadaan intala biyya Yerusaalemiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasiyaan yennaa mootii te'u nama woggaa diddamii shanii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa diddamii sagal bulche; maqaan haadha isaa Yeho'aadaan; isiin nama qachaa Yerusaalemii ti.