2 Chronicles 25:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Amaziani askarti inni qarsiini kirefate taani ufira galche. Akanaani worri suni, ka aka hama worra Yudati dallane, kae gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf mootichi Ameesiyaas loltoota biyya Efreemiitii dhufan akka isaan biyya ufiititti deebi'an fooyee isaan geegesse; kanaaf worra Yihuuda'aatitti guddisanii aara'aa gara biyya ufii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Amaasiyaan loltoota biyya Efreemiitii gara isaa dhufane san gara biyya isaaniititti deebise; isaan namoota Yihuda'aatitti guddoo aaranee gara biyya ifii deebi'ane.