2 Chronicles 25:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kuma kud'ani d'ibile qaqabe boojie. Duuba worra boojiani suni fiit'e gaara geesani, arti iraa dadarbani d'akhaaye golba jirtu irati hobaasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Yihuuda'aallee namoota kuma kudhanii booji'anii hidhanii qilee qachaa Seelaa'i jedhamtu biratti isaan gubba'aa gad darbanii worri darbaman sun dhagaa qilee san keessaa irratti kufanii caccabanii dhuman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Yihuda'aa namoota dhibii kuma kudhan booji'anee, qaccee rassaa tokkoo gubbaa baasanee, achii irraa gad isaan darbanee marti isaaniituu caccabanee bututane.