2 Chronicles 25:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amaziani worra Edomu dabsate gale jennaani, Waaqa d'ara ka worri Seri kad'atu galeeni, Waaqa tolfate, kad'ate guddise hit'aana aarsefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Ameesiyaas namoota Edoomiyaasii haga ajjeeseen maayessa waaqa tolfamaa worra Seeyirii fidee itti sagadu'uuf dhaabee itti sagada'aa hixaanallee aarsa'aafii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasiyaan worra Edoomii lolee yennaa deebi'e, waaqota dharaa ka worra Se'iirii fudhatee dhufee, ifiif dhaabbachiifatee, isaanitti waaqonfatee ciincaalle dhikeesseef.