2 Chronicles 25:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini aka male AABBO Waaqa dallansiifte, inni raaga Amaziati erge waan jed'eeni, Atini maanifi Waaqa gosa d'ibi, ka ufiftu worra isaale harka kanke duraa imbaamne, kad'ate gula deemta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Rabbi mooticha Ameesiyaasiin lole; Rabbi raatticha tokko gara Ameesiyaasii erge; raattichi kun, «waaqa tolfamaa banii ufii hin oolchinee maaf sagadda?» jedhee isa gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Amaasiya'atti guddoo waan aareef, Waaqi raagicha isatti ergee, «Waaqota dharaa ka kolbaa ifiituu harka keeti jalaa baasuu hin dandeenne, waaqota kolbaa ormaa maaniif qarqaarsa gaafatta?» jedhe.