2 Chronicles 25:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana Amazia, atini waan worra Edomu dabsateefi, akana kiyyibda. Amma waan atini taatu, garu indeemini, worruma kanke tai. Atini maanifi gaargala barbaadda, ka siifi worra kanke balleesu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atillee ani worra Edoomiyaasii mooyadheera jettee boona'aarta, ati mootii biyya Yihuuda'aa woliin wondhaansa bayu'uuf maaf rakkoo irra uf buufta? nagayaan mana kee taa'i»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati, ‹Ani worra Edoomii injifadheera› jettee koortee, ifi jajjeerta. Amma ammoo manuma keeti tee'i. Ati jiddee, Yihudaalle si woliin akka jiddu maaniif rakkinna ifi irratti kakkaasiisaaf barbaadda?» jedhe.