2 Chronicles 25:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan dansa tolche AABBO Waaqa gammachiise, ammo waan suni guddo garaa tokooni intolchine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Rabbiin afo'otti waan qajeelaa hojjate; waan hojjate kana garuu onnee guutu'uun hin hojjanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e huje; te'uu malee gadhaa tokkochaanii moti.