2 Chronicles 25:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Amaziani ch'aqasu dide, wonti akanatiifi Waaqati isaa ch'aqasu d'owe, aka akasiini harka nyaapa isati isa kennu, waan inni Waaqa Edomu kad'ateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ameesiyaas garuu gorsa Iyyoo'aasii womattuu hin laakkofne; sababaan kun ta'eef Ameesiyaas waaqa tolfamaa worra Eedoomii waan waaqeffateef; akka inni mooyatamu Rabbi waan fedheef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasiya'aa fi namooti isaa waaqota dharaa ka worra Edoomii waan waaqonfataneef, Waaqi harka diinota isaaniititti dabarsee isaan kenniisa waan barbaadeef, Amaasiyaan gorsa hin caqanne.