2 Chronicles 25:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyuuni Israeli, ka Yehoashi jed'ani, hayyu Yuda, ka Amazia jed'ani, had'u d'aqe, Beth-Shemeshi, ta lafa Yuda keesati, fuula keesa wold'ufani woli had'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aas mootiin biyya Israa'elii lolaaf bayee inninii fi Ameesiyaas mootiin biyya Yihuuda'aa Beetisaamii biyya Yihuuda'aa keessa jirtu keessatti wol lolan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootiin Israa'elii Yeho'aash ol bayee, innii fi mootiin Yihuda'aa Amaasiyaan biyya Yihuda'aa keessatti qachaa Bet-Shemeshiititti wol lolane.