2 Chronicles 25:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma inni AABBO Waaqa iraa gorre, Yerusalemu keesati guddo mala ijeecha iti d'aatani. Duuba eege inni dira Lakishiti baqate, ammo isa hordofani achiti ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ameesiyaas haga Waaqa waaqeffatuu dhiise Yerusaalemiin keessatti fincila itti kaafnaan inni gara biyya Lakisoo baqannaan nama isa faanaa erganii achitti ajjeessisiisaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasiyaan Mootii Waan Maraa hordofatiisa haga lakkisee jalqabanee, isa ijjeesiisaaf Yerusaalem keessatti mala waan isatti dhowaneef, inni gara qachaa Laakiishii duraa baqate; isaan ammoo namoota isa gula erganee, achumatti isa ijjeesisane.