2 Chronicles 25:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo raagi toko gara hayyu d'aqe waan jed'eeni, Ee hayyicha, askarti Israeli tana woliini iyyaaina, wonti akanatiifi AABBO Waaqi worra Efraimu, ka mirga d'ufe kana, woliini injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbii tokko gara isaa dhufee, «Mootii'i! Rabbi banii Israa'eliitii fi ijoollee Efreemii woliin waan hin jirreef loltoonni worra Israa'elii kunniin si woliin hin bayin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Waaqaa tokko ammoo gara isaa dhufee, isaan, «Ee mooticha, Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'eliitii fi kolbaa Efreemii woliin waan hin jirreef, loltooti Israa'elii tun si woliin hin duulin!