2 Chronicles 25:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini mala keeti, waan worri kunini qarqaarsa sii tahu seeta? Ammo nami nyaapa nama dabsachiise yokhaani dabsachu d'owu Waaquma, inni amma duuba harkuma nyaapa keetiti si kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yoo isaan qabattee dhaxxe garuu isaan mooyachuu yoo yaadde ka nama gargaaruu fi ka nama dhiisullee waan Rabbiin ta'eef Rabbi diintota kee jalatti si kuffisa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati gadhaa jabaattee dhaxxee yoo loltelle, Waaqi si qarqaariisaaf, si jissiisaafille hunna waan qabuuf, inni diinota keeti jalatti si hin jissa» jedhe.