2 Chronicles 25:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Amaziani waan raaga sunini jed'e, Qarsi anini worra suniti baase suni maani tolcha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ameesiyaas nama Rabbiitiin «Saqiliin dhibba tokkoo ka ani loltootaan bite hoo attam ta'a?» jedhee gaafate. Namni Rabbii sun garuu «Rabbi waan kana caalu sii kennuu danda'a» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasiyaan, «Loltoota Israa'elii tanaaf meetii gara kiiloogiraama kuma sadii fi dhibba afurii ta baase tana attam godha ree?» jedhee nama Waaqaa san gaafate; nami Waaqaa sun deebisee, «Mootiin Waan Maraa tana caalaa sii kennuu hin dande'a» jedhe.