2 Chronicles 26:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda ch'ufti ilma Amazia, ka Uzia jed'ani, ka ganni isaa kud'ani jaa, fohate, fulla abba isaa hayyu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin biyya Yihuuda'aa maruu Ooziyaa mucaa woggaa kudha jahaa bikka Ameesiyaasii abbaa isaa moosisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Yihuda'aa marti wolii galanee nama dargaggeessa woggaa kudhanii jaa Uziyaa addee abbaa isaa Amaasiya'aatitti mootii isa godhatane.