2 Chronicles 26:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni doofi lafa aloo keesati jaare, haroole heddule qote; wonti akanatiifi inni looni ule heddu qaba, golbaafi gaareeni ila adutifi lafa diida keesale. Waan inni oobru jaalatufi, inni biyya zabibu oobrisise, lafa gaareeni keesati; ammalle lafa dansale qotachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni horii baay'ee waan qabuuf lafa onaa, lafa gammoojji'iitii fi lafa badda'aatitti dallawa ijaare; boolla bisaanii baay'ee qote; qonnallee waan jaalatuuf lafa gaaraatii fi lafa michuu worra lafa qotuu fi hojjattoota biqiltuu woyini'ii dhaaban qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni koobota jalaa fi dirree keessatti horii bacaa waan qabuuf, goomolee keessatti xelleephoo dhaka'aan ijaare; boolla bisaaniille qochisiise; hujii qonnaa waan jaalatuuf, koobotaa fi lafa laattuu maratti namoota fichaa isaaf qotanuu fi muka woyni'ii isaaf dhaabanu qabaayyu.