2 Chronicles 26:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Uziani askarti heddu, ta yo ch'ufa lolaa kurfo jirtu, qaba. Kitaaba waan askarti suni keesati t'aafani worra tatabe isaa t'aafu, Yeielifi Maaseyati, harkaa qaba; worra suni Hananiati iti mata; inni hojattu hayyuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ooziyaan loltoota lolaaf leenji'anii qophaayan qaba; maqaan baay'inna loltoota isaa namoota mootichaa waa barreessan Ma'iseeya'aa fi Yi'i'eelitu isaan galmeessa; namni ol aantumma'aan isaan tooyatu Hanaaniyaa mana mootumma'aa keessatti hojjattoota woliin hojjatu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Uziyaan loltoota lola dande'anu, worra kutaa kuta'aan akka Yiye'eliin barreessichii fi Ma'aseyaan qondaaltichi ajaja Hanaaniyaa ajajjoota loltoota mootichaa keessaa tokko te'eetiin laakkowanetti, loltoota duulaaf bayanu qabaayyu.