2 Chronicles 26:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra jala askarti nama kuma d'ibba sadiifi torbatiifi d'ibba shaniti jira, ka aka dansaa hayyu qarqaare, irreeni nyaapa had'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoota kanniin jala worra diintota mootichaa irraa dhoogguu danda'an jannoota kuma dhibba sadihiitii fi kuma torbaa fi dhibba shanii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laakkossi loltoota ajajjoota kana jala jiranuu kuma dhibba sadii fi kuma torbaa fi dhibba shan; isaan diina mooticha irraa ittisiisaaf worra hunnaameyyii lola dande'anu.