2 Chronicles 26:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemu keesa hogeeyini isaa miha t'iyaafi d'akha gugurdaani darbani mid'aasite doofifi naabo ira nat'e, aka achi iraa darbani. Gurri isaa fagaate fulla ch'ufa gahe, maro qarqaarsa Waaqatifi inni guddo jabaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Ooziyaan namoota Yerusaalemiin keessatti hojii ogumma'aatiin leenji'an gamoo irra taa'anii eeganii fi roga dallawa qachatti'ii irra buundhee, meeshaa dhagaa gugurdaa darbataniin akka hojjatan godhe; waan Rabbi isa gargaareef inni guddisee jabaate; gurri isaa guddisee waan beekkameef hulee marattuu dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni meya jabaa daayaa fi dhakaa gugurdaa ittiin darbatanu Yerusaalem keessatti worra ogummaa hujii harkaa qabuun hujisiisee xelleepho'oo fi roga dalleya qacha'aa mara irra keye; haga jabaatutti qarqaarsa guddaa Waaqa biraa waan dhaggateef, gurrii isaa biyya fago'ootitti beekkame.