2 Chronicles 26:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Uziani jabaate jennaani kiyyibe, akasiini baddi ufitini d'ufe. Inni fed'i AABBO Waaqa isaa dide, Mana Waaqa seene aka, fulla hit'aana irati aarsani irati hit'aana aarsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ooziyaan haga mootummaa ufii jabeeffate boonee Rabbii Waaqa ufii yakkee boonuu ufiitiin kufiinsa ufitti fide; gara mana woyyuu Rabbii seenee hulee hixaana itti aarsan irratti hixaana aarsee Rabbiin gaddisiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Uziyaan nama jabaa te'een duuba kooree badii ifitti fide; inni ifumaaf gara Galma Mootii Waan Maraa seenee, addee ciinca'aa ta hixaanaa irratti ciincaa hixaanaa dhikeessiisaan Mootii Waan Maraa Waaqa ifii yakke.