2 Chronicles 26:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyu Uziani haga jiru ch'ufa d'ukubuma hama aka qomaat'a sunini tae. Maro inni dandae deebie Mana Waaqa inseenefi, inni koba manati gale, jennaani ilmi isaa Yothamuni worra isaa fide lafale mohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Ooziyaan haga gaafa du'uutitti dhibeen gogaa kukkutu isuma irra ture; waan sababaa dhibee saniitiif mana woyyuu keessaa ari'ameef mana addaa keessa jiraate; Iyyoo'aataam ilmi isaa mana mooti'ii keessa taa'ee banii bulcha'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Uziyaan mootichi haga gaafa du'uutitti dhukkubi goga'aa farrisiisaan isa irraa hin banne; inni dhukkuba goga'aa farrisiisaa waan qabuuf, Galma Mootii Waan Maraa irraa dhooggamee mana kophaa jiru keessa tee'e; achiin duuba ilmi isaa Yotaam bulchaa mana mootumma'aa te'ee, kolbaa lafa sanii bulche.