2 Chronicles 26:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Uziani tolche ch'ufa, haguma geetunu, raaga Isaya ilma Amoziti t'aafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootichi Ooziyaan hojjate jalqaba irraa haga dhumaa Isaayyaas ilmi Amootsii raattichi barreesseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan Uziyaan bara mootummaa ifii keessa huje keessaa waan hafe, jalqabaa kaasee haga muumme'eetitti ilmi Amosii Isaayaasiin raagichi barreesseera.