2 Chronicles 26:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Uziani doonaani irreesa hayyoota d'aatuti awaalani, wonti akanatiifi inni nama d'ukuba hama aka qomaat'a qabu. Ilmi isaa Yothamuni fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ooziyaan du'ee nama dhibee gogaa kukkutuun qabameeru jedhanii awwaala abboota isaa bira qonna moototaa biratti awwaalan; wonti awwaala moototaa biratti awwaaluu didaniif waan inni dhibee gogaa kukkutuun qabameeruuf; bikka isaa ilma isaa Iyyoo'aataamtu mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Uziyaan du'e; inni dhukkuba goga'aa farrisiisaa waan qabuuf, addee awwaalaa ta moototaa, ta abbootii ifii ta durii biratti awwaalame; addee isaatitti ilmi isaa Yotaam mootii te'e.