2 Chronicles 26:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Uzia, gaafa inni hayyu tahe, ganni isaa kud'ani jaa, duuba inni ganna shantami lama Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isaa maqaani Yekolia, isiini worra Yerusalemuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ooziyaan hennaa mooyu nama woggaa kudha jahaati; inni Yerusaalemiin keessa jiraata'aa woggaa shantamii lamaa bulche; haati isaa Yikooliyaan intala Yerusaalemii turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Uziyaan yennaa mootii te'e nama woggaa kudhanii jaa ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa shantamii lama bulche; maqaan haadha isaa Yekoliya'a; isiin nama Yerusaalemii ti.