2 Chronicles 26:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni, haguma Zekariani namichi kara Waaqa isaa barsiise kaani, jiru ch'alla, AABBO Waaqa hojate, Waaqileeni isa eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Zakkaariyaas namni Rabbii akka inni Rabbiin sodaatu isa barsiifnaan inni onnee ufii guutu'uun Rabbiin sondhaan Rabbi waan maraan isa eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa sodaatiisa ka isa barsiise, Zakaariyaas bara lubbu'uun jiru keessa, Uziyaan Waaqaaf ajajame. Bara inni Mootii Waan Maraatiif ajajame san Waaqi isa milkeesse.