2 Chronicles 26:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Amoni gibira Uzia baase, inni guddo jabaate, gurri isaa lafa Misirileni bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Amoonotaa Ooziya'aaf gibira gabbaran; inni waan gurri isaa guddisee dhagayameef haga balbala biyya Misirii seenaniititti dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Amoonotaa gibira Uziya'aaf gabbarane; inni mootii jabaa waan te'eef, gurri isaa haga meessaa biyya Gibxiititti beekkame.