2 Chronicles 27:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yothamuni, gaafa gaani isaa diddami shani, hayyu tahe, Yerusalemu keesa ganna kud'ani jaa lafa mohate. Haad'a isaa, maqaani Yerusha, isiini dubra Sadoki.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aataam hennaa mooyu dargaggeessa woggaa diddamii shaniiti; Yerusaalemitti woggaa kudha jaha bulche; haati isaa Iyyaruusaan mucattii Saadooqiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yotaam yennaa mootii te'e nama woggaa diddamii shanii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa kudhanii jaa bulche; maqaan haadha isaa Yerusha'a; isiin intala Zaadoqii ti.