2 Chronicles 27:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma abbaani isaa Uziani tolche, inni waan AABBO Waaqa gammachiisa tolche. Ammo inni aka abba isaa Mana Waaqa seene hit'aana aarse ch'ubbu inseene. Ato akasile tate, biyyiti ch'ubbu illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma abbaan isaa Ooziyaan Rabbiin afo'otti waan qajeelaa hojjate innillee Rabbiin afo'otti waan qajeelaa hojjate; garuu gara mana woyyuu Rabbii hin seenne; baniinillee cubbuu hojjachuu hin dhiifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma abbaa ifii Uziya'aa Mootii Waan Maraa duratti waan sirrii te'e huje; te'uu malee akka abbaa ifii hixaana aarisiisaaf hunnaan gara Galma Mootii Waan Maraa hin seenne. Kolbaan lafa sanii ammoo cubbuu hujiisa hin lakkinne.